Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Haramayyaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoraman simachaa jira

Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayyaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoraman kuma 17 ol simachaa jiraachuu ibsameera.

Barattoonni saayinsii hawaaswaa kumni 17 fi 882 gara Yuunivarsiitichaa seenaa jiraachuu Daayrektarri Hariiroo Ummataa fi idil addunyaa yuunivarsiitichaa Obbo Alamisheet Tashoomaan ibsaniiru.

Marsaa 2ffaan ammoo barattoota saayinsii uumamaa kuma 11 ol simachuun kan qoru ta’uu eeraniiru.

Qormaata Adoolessa 19,2015 eegalee laatamuuf qophiin barbaachisu hundi taasiifamuu eeraniiru.

Tashoomaa Hayiluutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.