Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota gumaacha olaanaa taasiisan badhaase

Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota dameewwan garagaraan gumaacha olaanaa taasiisan badhaaseera.
Hayyoota Koolleejjii Saayinsii hawaasummaan gumaacha olaanaa taasiisan badhaaseera.

Piroofeesar Baqqalaa Guutamaa, Bahiruu Zawdee fi Geetinnaat Taaddalaa badhaaseera.

Dabalataan namoota waggoota 10 oliif Yuunivarsiiticha ciminaan taajaajilan Piroofeesar Tasammaa Taa’aa, Dooktar Tasfaayee Shifarraaw fi Dooktar Talkahayimaanoot Gabrasillaasee badhaaseera jedhame.

Namoonni kunneen adeemsa baruu fi barsiisuu, akkasumas tajaajila hawaasummaan gumachaa olaanaa taasiisaniif badhaasa meedaaliyaa argataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.