Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Imbaasiin Chaayinaa waliigaltee carraa barnoota bilisaa mallatteessan

Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Imbaasiin Chaayinaa Damee Teeknooloojiin ga’umsa barattootaa fi barsiisootaa guddisuuf waliigaltee carraa barnoota bilisaa mallatteessan.

Waliigatlichi michummaa Ityoophiyaa fi Chaayinaa caalmaatti ni cimsa jedhame.
Itti aantuun Pireezidaantii Akkaadaamii Yuunivarsiitii Finfinnee Dooktar Immabeet Mulugeetaa fi Itti aanaan Imbaasii Chaayinaa Ambaasaaddar Sheen Qiinmaan waliigalticha mallatteessaniiru.

Maddi:-TOI
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.