Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Aviyeeshinii Ogeeyyii Aviyeeshinii 627 eebbisiise

Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Aviyeeshinii Ogeeyyii Aviyeeshinii 627 eebbisiiseera.

Yuunivarsiitichi ogeeyyii eebbisiise keessaa 88 Balaliistota, Teekinishaanota Xiyyaaraa 125, Keessumsiistota Balalii 150 fi Ogeeyyii Gurgurtaa Tikeetaa fi Tajaajila Maamiltootaa 264 eebbisiisuu ragaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.