Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Arsii Barattoota Saayinsii Fayyaa barsiisaa ture Eebbisiise

Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)-Yunvarsiitiin Arsii Barattoota Saayinsii Fayyaan barsiisaa ture 214 Eebbisiise.

Sirnicharratti Itti Aantuun Komishiinaraa Daraartuu Tullu ergaa dabarsaniin Barnootni Utubaa guddinaa biyya ta’uu kaasuun dameen fayyaa ammo guddinaa hawaasummaaf murteessaa tauu kaasaniiru.

Pireezidaantiin Yuunivarsiitichaa Dooktar Dhugumaa Addunyaa eebbifamtootaaf ergaa dabarsaniin Eebbifamtoonni dirqama ogummaa isaanii bahachuu akka qaban dhaamaniiru.

Hirphoo Shibootu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.