Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitichi barattoota sagantaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 200 eebbise

Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) Yuunivarsitiin Waachaamoo sagantaa garaagaraatiin barattoota barsiisaa ture kuma 2 fi  200 ol eebbisiiseera.

Yuunvarsiitichi marsaa 9ffaan barattoota sagantaa barnoota idileen kolleejjii Injinariingii fi Teeknooloojiin akkasumas Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaan barsiisaa ture eebbisiiseera.

Saganta eebbaa kanarratti Preezdaantii Yunivarsitichaa Dooktar Habtaamuu Abbabaa dabalatee hoggantoota olaanoo yunivarsitichaa fi maatiin eebbifamtootaa argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.