Fana: At a Speed of Life!

Yunvarsiitiin Arsii barattoota damee ogummaa fayyaan barsiisaa ture 155 eebbisaa jira

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Yunvarsiitiin Arsii Espeeshalistoota Fayyaa 31 fi Ogeeyyii Fayyaa 124 walumaa galatti ogeeyyii 155 eebbisaa jiraachuu ibsame.

Dabalataanis Yuunvarsiitichi  barattootaa sababa gara garaatiin osoo hin eebbifamiin hafaan 834 eebbisiisaa jiraachuu OBN gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.