Fana: At a Speed of Life!

Yeroo qormaanni nu muudateetti ijoolleen Ityoophiyaa daangaa hanga daangaatti ka’aaniiru-MM Abiy Ahimad

Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Yeroo qormaanni nu muudateetti ijoolleen Ityoophiyaa daangaa hanga daangaatti ka’aaniiru jechuun Muummeen Ministira Abiy Ahimad ibsaniiru.

MM Abiy Ahimad fuula miidiya hawaasa isaaniin akka ibsaitti, firoottan keenya fuula nurraa garagalfatan caalaa dachaan firoottan hedduu horanneerra jedhaniiru.

Baalonni walitti qabamuun qilxuu isaan hin taasisu.Walitti qabamuun qilxuuwwanii garuu bosonicha akka hin tuqamne gochaa jira.

Aarsaan kaffalamu jira. Aarsaan sun garuu Ityoophiyaa baraaree kattaarra dhaaba

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.