Yeroo murteessatti akka biyyaaf dhaabbattan biyyi keessanis isiniif dhaabbatti – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensonni Raayyaa Ittisaa hundi yeroo murteessatti akka biyyaaf dhaabbattan biyyi keessanis kan isaaniif dhaabbattu ta’uu ibsan.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad adda waraanaa Maayixaabiriirraa gooticha Raayyaa Ittisaa hundaaf hawwii gaarii bara haaraa hawwaniiru.
Ayyaana bara haaraa isin waliin kabajuu koof gammachuutu natti dhaga’ama jedhan Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.