Yeroo gara yerootti sagantaa Ashaaraa magariisaaf xiyyeeffannoo kennuun hojjechaa jirra – Dooktar Abiy
Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Yeroo gara yerootti sagantaa Ashaaraa magariisaaf xiyyeeffannoon kennamee hojjechaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Bara dhufuufis qophiin biqiltuu taasiifamaa jiraachuu dubbataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.