Fana: At a Speed of Life!

Yakkoota daangaa ce’aan ittisuuf Komishiniin Poolisii Federaalaa oppireeshinii foyya’aa akka taasisuuf tumsi ni taasifama jedhame

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Komiishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash G/Mikaa’eel Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti daayreektara waajjira qorichoota balaa fi to’annoo yakkootaa Afrikaa Bahaa Naayil Walsh waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin ittisa yakkaa daangaa ce’anii fi hojiiwwan qorannoorratti xiyyeeffataniiru.

Daayreektirichi yakkoota daangaa ce’aan ittisuuf Komishiniin Poolisii Federaalaa oppireeshinii foyya’aa akka taasisuuf tumsa ni taasifna jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.