Fana: At a Speed of Life!

Yakka gareen shororkeessaa ABUT raawwate qulqulleessuuf gareen qorannoo 11 bobba’uu ibsameera

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Yakka gareen shororkeessaa ABUT Naannoo Amaaraa fi Afaariitti raawwate qulqulleessuuf gareen qorannoo 11 bobba’uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.

Dhiittaa mirga namoomaa garichi raawwate qorachuuf gareen qorannoo 11 hunda’uun bobba’uu Komishinii Poolisii Federaalaatti itti gaafaatamaan Damee qorannoo yakkaa Zalaalem Mangisteen ibsaniiru.

Yakka suukaneessaa garichi lammiilee nagaarratti raawwate hojiin hawaasa idil adduunyaa fi ummata Ityoophiyaaf saaxiluu eegalamuu jeleneraan Zalaalame eeraniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.