Fana: At a Speed of Life!

Yakka daddabarsa namootaa seeraan alaa daangaa ce’aa hir’isuuf hojjetamuu qaba – Obbo Dammaqaa Makonniin

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Yakka daddabarsa namootaa seeraan alaa daangaa ce’aa hir’isuuf hojiileen hawaasa hirmaachise hojjetamuu akka qabu itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin yaadachiisan.
Waltajjiin biyyaalessaa sosochii yakka namaan daldaluu fi daddabarsa namoota seeraan alaa ittisuuf dandeessisu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti hoggantoonni olaanoo mootummaa fi qaamoleen dhimmi ilaallatu hirmaachaa jiraachuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.