Yaa’iin walta’iinsa dhimmoota nageenya Galaanaa Diimaarratti xiyyeeffate gaggeefama jira
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)-Yaa’iin Walta’iinsa dhimmootaa nageenya jijijjiiramaa Galaanaa Diimaa cimsuun danda’amurratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichaan haala dhimmoota nageenyaa fi walta’iinsa naannawaa Galaanaa Diimaa cimsuun danda’amurratti ni mari’atamaan eegama.
Yaa’iichi tumsa Inistiitiyuuti Dhimma Alaa fi Koolleejjii Waraanaa Raayyaa Ittisaan kan qophaa’e ta’uun ibsameera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.