Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Mana Maree Naannoo Sidaamaa muudamoota abbootii seeraa 19 raggaasisuun xumurame

Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Yaa’iin Mana Maree Naannoo Sidaamaa muudamoota Abbootii seeraa mana murtii waliigalaa fi aanaalee raggaasisuun xumurameera.

Manni maree naannichaa yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen raawwii hojii baatii sagalii dhiyaaterratti mari’ateera.

Gabaasa dhiyaaterratti ibsi erga laatamee booda sagalee guutuun raggaasiseera jedhame.

Dhumarratti manni marichaa muudamoota Abbootii seeraa Preezdaantii mana murtii Waliigalaa naannichaa obbo Damissee Dullachaan dhiyaatan erga yaadni irratti kennamee booda raggaasiseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.