Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Mana Maree Naannoo Kibbaa boruurraa eegalee gaggeeffama

Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Manni Maree Sabaa fi Sablammoota Ummatoota Kibbaa, yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa, marsaa 6ffaa boruurraa eegalee gaggeessaa.

Manni marichaas yaa’icha guyyootaa sadiif kan gaggeessu yoo ta’u, ajandaawwan garaagaraarratti mari’achuun murtoo akka dabarsuu eegama.

Ajandaawwan irratti mari’ataman keessaa gabaasa raawwii karooraa bara 2014 fi wixinee baajataa bara 2015 dhiyaachuun ni ragaasisan eegama jedhameera.

Biqilaa Tufaatu gbaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.