Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Mana Maree Naannoo Afaar baajata dabalataa fi muudamoota raggaasiisuun xumurame

Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Yaa’iin idilee 1ffaa, marsaa 6ffaa Mana Maree Naannoo Afaar baajata dabalataa fi muudamoota raggaasiisuun xumurameera.
Manni marichaa baajata dabalataa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 53 dhiyaatee fi muudamoota miseensota koree dhaabbii raggaasiisuun xumurameera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.