Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa 43ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) –Yaa’ii Idileen Ministiroota Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 43ffaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jira.
Jilli Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin durfamu yaa’ichrratti hirmaachaa jiraachuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraaa argame ni mul’usa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.