Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa fi hojii raawwachiiftuu filate

Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Yaa’iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa miseensota 225 qabuu fi koree hojii raawwachiiftuu miseensota 45 filachuu ibsameera.

Guyyoota sadiif gaggeeffamaa kan ture Yaa’iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa ibsa ejjennoo abbaa qabxii 6 kallattii xiyyeeffannoo gara fuulduraa baasuun milkiin xumuramuu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.