Yaa’iin idilee Mana Maree naannoo Amaaraa har’a ni eegala
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Yaa’iin idilee 2ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 1ffaa Mana Maree naannoo Amaaraa har’a kan eegalu ta’uu ibsame.
Yaa’ichi har’aa fi boru kan gaggeeffamu ta’uu fi yaa’ichaan raawwiin hojii baatiiwwan 6 darbanii ni gamaaggamamu jedhameetu eegama.
Manni marichaa hojiiwwan deebisanii dhaabuurratti erga mari’ateen booda kallattii fuula duraa ni kaa’an eegama.
Xumurarratti muudama garaagaraa ni raggaasisaan kan eegamu ta’uu AMKn gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.