Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa har’as Itti fufe gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata Duree “ Waadaa Hanga Aadeffannaatti “ jedhuun kaleessa eegale har’as itti fufe gaggeeffamaa jira.

Yaa’ichaan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhina Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haasawaa baniinsaa taasisaniiru.

Dooktar Abiy haasawaa isaaniin, imala bu’a qabeessa Paartiichaa waggoottan shanan dabanii kan yaadachiisan yoo ta’uu, dhimmoota Paartichi fuulduratti hojjechuuf karoorfatees eeraaniiru.

Yaa’icharratti Bakka buutoonni Paartilee obbolaa biyyoota sirna baniinsaa kanarratti argamuun ergaa dabarsuu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.