Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Hoggantoota gamtaa Afrikaa oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti fufeera

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Yaa’iin Hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaan oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti fufeera.

Hoggantoonni yaa’ichaa dhimmoota murteessoo ardii Afrikaarratti marii taasiisaa jiraachuu ibsameera.

Oolmaa guyyaa kaleessaan dhimmoota tokkummaa Afrikaa cimsanii fi ilaalchota walmakoo sirreessanirratti mari’achuu isaanii Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.