Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Hoggantaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin xumuramuun hirmaattoonni gara biyya isaanii deebi’aa jiru

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Yaa’iin Hoggantaa Gamtaa Afrikaa karaa nagaa fi milkiin xumuramuun hoggantoonni yaa’icharratti hirmaataan gara biyya isaanii deebi’aa jiraachuu ibsameera.

Haaluma kanaan hoggantoonni Gaanaa, Beeniin, Zaambiyaa, Liibiyaa, Jiibuutii, giddu gala Afrikaa fi Filisxeeme dabalatee jilli hoggantoota biyyoota heddu gara biyya isaanii deebi’uu ibsameera.

Hoggantoonni mootummaa olaanoon Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun hoggantoota kanneen gaggeessaniiru jedhame.

Yeshawaa Maasrashaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.