Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Gamtaa Teelekoom Idila Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Sadarkaa Aardiitti Yaa’iin Gamtaa Teelekoom Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Yaa’ichi, mata duree “Ce’umsa dijitaalaa egeree waaraa fi haqa qabeessaa, hojiirra oolmaa Galmootaa Misoomaa Waaraa Afrikaa saffisiisuuf” jedhuun gaggeeffamaa jira.

Yaa’ichi, Ministir Deetaa Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Huuriyaa Alii, Daayrektara Olaanaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Obbo Solomoon Sookaa, Ministirootaa Biyyoota Miseensotaa Gamtaa Afrikaa, Dhaabbilee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Bakka Bu’oota Dhaabbilee Tumsitoota Misoomaa fi qaamolee qooda fudhattootaa damichaa biroon hirmaataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.