Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa yaa’ii idilee 15ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa yaa’ii idilee 15ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’iicharratti Abboottiin Amantaalee fi qondaaltonni olaanoo mootummaa argamaniiru.

Yaa’iichan raawwii bara baajata 2015 fi karoora bara baajata 2016 irratti ni mari’atan kan eggamuu ta’uu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.