Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Dhaabbilee amantaalee Ityoophiyaa hundeeffamaa yaa’ii jalqabaa biyya alaatti gaggeesse

Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee amantaalee Ityoophiyaa ijaarsa duudhaalee nageenyaa, tokkummaa fi walkabajuu cimsuuf hundeeffamaa yaa’ii jalqabaa Ameerikaatti gaggeesseera.
Yaa’ichi Ameerikaa Waashingitan DC Imbaasii Ityoophiyaatti bakka Ameerikaatti ergaamaan addaa Ityoophiyaa ambaasaaddar Fitsuma Araggaa fi bakka buutoonni hoggantoota Yaa’ii Dhaabbilee amantaalee Ityoophiyaa argamanitti gaggeeffameera.
Duudhaalee nageenyaa, tokkummaa fi walkabajuu cimsuuf hundeeffamuun yaa’ichaa shoora olaanaa qabaachuu ibsameera.
Maddi:- TOI
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.