Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Biyyoota miseensa garee 20 eegalame

Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Yaa’iin Biyyoota miseensa garee 20 17ffaan Indooneezyiyaa Baaliitti eegalameera.

Yaa’ichi mata duree ‘tokkummaan haa dandamannu, yaa cimnu’ jedhuun kan gaggeeffamu ta’uu himameera.

Qabxii ijoon yaa’ichi har’a irratti mari’atu ce’umsa Diijitaalaa ta’uu eerameera.

Yaa’icha cinaatti Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidanii fi kan Chaayinaa Shii Jiinpiing dhimmota waqtaawaa fi waloorratti kan mari’atan ta’uu CGTN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.