Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Barnootaa sadarkaa biyyaalessaa 33ffaan magaalaa Finfinneetti taa’amuu eegale

Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Yaa’iin Barnootaa sadarkaa biyyaalessaa 33ffaan magaalaa Finfinnee Yuunivarsiitii Finfinnee Mooraa Mana Barumsaa Hojii Daldalaatti taa’amuu eegaleera.
Yaa’ichi mata duree ‘barnoota haqa qabeessaa fi qulqullina qabu hundaaf’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Waltajjichaan raawwii hojii bara 2016 gamaaggamuun kallattii karoora bara 2017 irratti mariin ni gaggeeffama jedhame.
Ministira Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaa dabalatee Pireezidaantoonni Yuunivarsiitiwwanii, Hoggantoonni damee barnootaa naannolee fi qooda fudhattoonni yaa’icharratti argamuu TOI gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.