Yaa’ii 14ffaan Dureewwan IGAD Wiixata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Yaa’iin 14ffaan dureewwaan Dhaabbata Misooma Mootummootaa Baha Afrikaa (IGAD) Wiixata dhufu Jibuutiitti akka gaggeeffamuu ibsame.
Dhaabbatichi akka beeksisetti, yaa’icharratti dureewwanii fi aanga’oonni biyyoota garaagaraa ni hirmaatuun eegama.
Yaa’iin dureewwan IGAD 13ffaan Finfinneetti bara 2012 gaggeeffamuun kan yaadataamuudha.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.