Fana: At a Speed of Life!

Yaadni murtoo miseensota Boordii sakattoo labsii yeroo ariifachiisaa moggaasuuf dhiyaate ragga’e

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Yaada murtoo miseensota Boordii sakattoo labsii yeroo ariifachiisaa moggaasuuf dhiyaate raggaasise.

Obbo Lammaa Tasammaa walitti qabaa boordii sakattoo yoo ta’an, Aadde Warqesammuu Maammoon ammoo Itti aantuu walitti qabduu boordichaa ta’uun ni dursu jedhame.

Boordiin sakattoo kun miseensota biro 5 kan hammate yoo ta’u,  moggaafamni isaanii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatiin ragga’uu ibsameera.

Maddi:-TOI

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.