Fana: At a Speed of Life!

Yaadni ashaaraa magariisaa miidha qabeenya uumaamaarra ga’uu hambsuuf carraaqa –MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaadni ashaaraa magariisaa miidhaa qabeenya uumaamaarra ga’uu hambsuuf carraaqa jedhan.
 
Bosonni golgolaa’uu fi jijjiiramni haala qilleensaa wantoota Ityoophiyaatti waggaa waggaadhaan dhiqama biyyee gabbataa, badii bosonaa fi lafa magariisaaf gumaachan keessatti argamu jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.
 
Yaadni #AshaaraaMagariisaa badii kana hambisuuf carraaqa.
 
Hawaasni addunyaa Wayita guyyaa gammoojjummaa fi Caamsaa Qolachuu kabaju #AshaaraaMagariisa Ityoophiyaatti akka makamtan waamicha dhiyeessaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.