Fana: At a Speed of Life!

Yaadannoo injifannoo Atileet Abbabaa Biqilaa fi Atileet Waamii Birraatuuf dhaabbiin biqiltuu gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Atileet Abbabaa Biqilaa fi Atileet Waamii Birraatuun dorgoommi maratoonii Osaakaarratti injifannoon argataan waggaa 6ffaa sababeeffachuun Masaraa Mootummaa biyyoolessaa keessa dhaabbiin biqiltuu gaggeeffameera.

Atileet Waamii Birraatuu fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Itoo Taakaakoon waliin biqiltuu dhaabaniruu.

Ambaasaaddarichi atileetoota Ityoophiyaa Olomikii Tookiyoo baatii tokkoo booda gaggeeffamuuf hirmaataniif carraa gaarii hawwuu EBCn gabaaseera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.