Fana: At a Speed of Life!

Xiyyaara Imaltootaarra miidhaa salphaan qaqqabuu Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise

Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Maqalee, Buufataa Xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaatti xiyyaara Imaltootaarra miidhaan salphaan qaqqabuu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise.

Miidhaa salphaa xiyyaaricharra ga’een alatti miidhaan imaltootaa fi hojjettoota balalii xiyyaarichaarraa qqaqqabe akka hinjirre daandiin qilleensichaa mirkaneesseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.