Fana: At a Speed of Life!

Xaaliyaan magaalaa Turiinitti hiriirri ‘Ni Ga’aa’ gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa Xaaliyaan magaalaa Turiin jiraatan hiriira ‘Ni Ga’aa’ gaggeessaniiru.

Hiriiricharratti ergaawwan dhiibbaan biyyoonni lixaa Ityoophiyaarratti taasisaan mormuu darbeera.

Akkasumas hirmaattoonni hiriirichaa dhaadannoowwan Ityoophiyaan birmaddummaashee kabachiisuuf duula eegaltee  deeggaruu dhageessisaniiru.

Miidiyaaleen biyya alaa Ityoophiyaarratti oduun sobaa tamsaasaa jiran akka dhaabaan gaafataniiru.

Hirmaattoonni hiriiricha haleellaa fi ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT raawwataa jirus mormuusaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.