Fana: At a Speed of Life!

Wixineen Heera mootummaa naannoo Kibba Ityoophiyaa ragga’e

Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Wixineen Heera mootummaa naannoo Kibba Ityoophiyaa sagalee caalmaan ragga’eera.

Komishiniin raggaasiiftuu Heera Mootummaa naannoo Kibba Ityuoophiyaa yaa’ii har’a magaalaa Aarbaa Mincitti gaggeesseen wixinee Heera mootummaa dhiyaate sagalee mormii 10, kan sagalee hin laanne 2 fi sagalee caalmaan raggaasiiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.