Fana: At a Speed of Life!

Wixinee imaammataa fi tarsiimoo bishaan biyyoolessaarratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Wixinee imaammataa fi tarsiimoo bishaan biyyoolessaarratti mari’atamaa jira.

Waltajjicha kan qopheesse Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii FDRIti.

Imaammataa fi tarsiimoon bishaanii sadarkaa biyyoolessaatti hojiirra oolaa jiru yeroo dheeraa kan lakkoofsisedha.

Amma akka haaraatti qopheessun kan barbaachise hojimaata yeroon gaafatu guuttachuu, rakkoolee hiikuu fi kallattii guddina biyyaa waliin tarkaanfachuufi jedhan ministirri ministeerichaa Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan.

Irra deebidhaan qopheessun kan barbaachise immammataa fi tarsiimoo haaraa fi fooyya’aa qabaachudhaafi.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.