Fana: At a Speed of Life!

Wiirtuun odeeffannoo ‘Reed Fooksi’ jedhamu ifoome

Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) – Diinagdee dijiitaalaa kan cimsu wiirtuun odeeffannoo ‘Reed Fooksi’ jedhamu ifoome.
Sirnicharratti Ministirri Deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaliny argamuun haasaa taasisaan wiirtichi bu’uuraalee misoomaa dijiitaalaa kan cimsu, damee fayyaa, barnoota, qonnaa fi kanneen biroo irrattis ni hojjetaa jedhaniiru.
Wiirtuun odeeffannoo ‘Reed Fooksi’ diyaaspoorota Ityoophiyaa muuxannoo qabaniin kan hunda’eedha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.