Fana: At a Speed of Life!

Wiirtuun Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa /CDC/ waajjira olaanaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uura kaa’e

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Finfinneetti Wiirtuu Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uura kaa’ame
Wiirtuun Ittisaa fi Too’annoo Dhibee Afrikaa /CDC/ waajjira olaanaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uura kaa’eera.
Wiirtuun kun magaalaa Finfinnee naannoo Haylee Garmeentiitti kan ijaaramu yoo ta’u, baasiin ijaarsa kana mootummaa Chaayinaan kan uwwifamu ta’a jedhameera.
Sirnicharratti Komishinarri Komishinii Dhimmoota Hawaasummaa Gamtaa Afrikaa Amiir Alfaadiil Mahaammad, Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Lii’uu Yuujii, Ministira Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaa, Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee fi bakka bu’oonni gamtaa Afrikaa biroon argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.