Fana: At a Speed of Life!

Wayita Biqiltuu dhaabnuu dameewwan Diinagdeef humna dabalaa jirra- Dooktar Abiy

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Wayita Biqiltuu dhaabnuu dameewwan diinagdee hundaaf humna dabalaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad

Dooktar Abiy Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo Magaalaa Hayiqitti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa eegalchisaniiru.

Dooktar Abiy ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ”Wayita biqiltuu dhaabnuu biyyatti magariisaa uwwisuu qofaa osoo hin taanee dameewwaan diinagdee hundaaf humna dabalaa jirra” jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;\
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.