Fana: At a Speed of Life!

Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas lakkoofsi tokkoffaan hojii sukkaaraa adii oomishuu eegale

Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balaas lakkoofsii tokkoffaan hojii idilee sukkaaraa adii oomishuu eegaleera.

Warshaan kun bara baajata baatiwwan hafanitti sukkaara kuntaala kuma  200 ol ni oomishaan eegama.

Warshichi dandeetti guutuun gara hojiitti wayita galuu guyyaatti sukkaaraa kuntaala kuma 10 ni oomisha jedhameera.

Ijaarsa warshichaa xumuruuf mootummaan Doolaaraa Ameerikaa fi Birrii Ityoophiyaa waliigala doolaaraa miiliyoona 95 ramaduun warshichi yeroo amma kana gara hojii idileetti galuu ragaan korporeeshinii sukkaaraarra argame ni muul’dhisa.

Akkasumas lammiilee kuma 20’f carraa hojii yeroo fi dhaabbii kan uumee ta’uu ibsameera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.