Fana: At a Speed of Life!

Warshaan Oomisha Zayita Avookaadoo Saanvaadoon Zayita Toonii 120 gabaa alaaf dhiyeesse

Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Warshaan Oomisha Zayita Avookaadoo Saanvaadoon Zayita Toonii 120 gabaa alaaf dhiyeessuu beeksiseera.

Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Yirgaalem keessatti kan argamu warshaan Oomisha Zayita Avookaadoo Saanvaadoon bara oomishaa kana marsaa sadiin Zayita Oorgaanikii Toonii 120 gabaa alaaf dhiyyeesuu eereera.

Hoolaandi iddoo ga’umsa oomisha warshichaa olaanaa ta’uu himameera.

Warshichi qonnaan bultoota kuma 80 ol waliin walitti hidhamiinsa qabaachuu ibsameera.

Lammiilee 120f carraa hojii dhaabbii, kuma 2 oliif ammoo carraa hojii yeroo uumuu isaa ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.