Fana: At a Speed of Life!

Warshaan Nooraa Magaalaa Gudaritti ijaraame eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Jilli Hoggannaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamuu Warshaa Nooraa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayee Magaalaa Gudaritti Birrii miiliyoona 30 oliin ijraame ebbisiseera.

Maashinoonni gurguddaa 2 waggaatti nooraa kuntaala kuma 300 oomishuu danda’an eebbifamuun hojii eegalaniiru jedhame.

Warshichi rakkoo asiidummaa biyyoo xiqqeessuuf gahee olaanaa qabaachuu ibsameera.

Jilli kun mooraa Giddu-gala Waarshaa Nooraa Gudar keessatti biqiltuu Avokaadoo sanyii filatamaa dhaabuu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.