Fana: At a Speed of Life!

Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Dasseetti ijaarame eebbifame

Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Duree Zinneesha Taayyaachoon Magaalaa Dasseetti ijaarame eebbifameera.

Warshaan kun guyyaan Daabboo kuma 300 fi Daakuu kuntaale 420 oomishuu danda’a jedhame.

Warshichi bakka Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo, Itti Aanaan Ministirri Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaa fi Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan argamanitti eebbifameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.