Warqeen Birrii miiliyoona 33tti tilmaamamuu fi maallaqni biyyoota garaagaraa to’atamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Dirree Dawaatti Warqeen Birrii miiliyoona 33tti tilmaamamuu fi maallaqni biyyoota garaagaraa to’atamuu ibsameera.
Warqicha dabalatee maallaqoonni biyyoota garaagaraa Birrii Birrii miiliyoonaa 33 fi kuma dhibba 8 fi kuma 42 fi 600tti shallagaman gara biyya alaatti baasuuf osoo yaalamuu dame Gumruukaa magaalaa Dirree Dawaatti to’atamuu ragaan Komishinii Gumruukaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.