Fana: At a Speed of Life!

Waraqaan eenyummaa awtoobisii Ambassaa barsiisoota giddugaleessa taasisee fooyyeeffamuufi

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Biiroon Barnoota magaalaa Finfinnee dhaabbata tajaajilaa awtoobisii Ambassaa magaalaa fi waldaan barsiisootaa magaalaa Finfinnee waliin kenniinsa tajaajila awtoobisii ambassaa barsiisootarratti mariin taasifameera.
Mariichaan hogganaan biiroo barnoota magaalaa Finfinnee obbo Zalaalaam Mulaatuu akka ibsanitti, barsiisoota kenninsa tajaajila awtoobisii fayyadamaniif dursii laatamuu akka qabu ibsaniiru.
Konkolaachiftoonni, warri naga’ee kutanii fi hawaasni fayyadamoon kana hubachuun shooraasaanii akka bahaan ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.