Fana: At a Speed of Life!

Waraqaa Eenyummmaa Dijitaalaa damee fayyaan waliin hojjechuuf waliigalame

Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)-Waraqaa eenyummaa dijitaalaa damee fayyaan waliin qindeessuun hojjechuuf waliigalteen mallatteeffame.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqidas Dhaabaan Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa daawwataniiru.

Daawwannichaan cinaatti galmee Waraqaa eenyummaa taasisuu ragaan waajjira saganticharraa argame ni mul’isa.

Dooktar Maqidas hoggantoota sagantichaa waliin warqaa eenyummaa dijitaalaa damee fayyaa waliin qindeessuun hojjechuu fi kallattii hojiilee fuulduraarratti mari’achuun waliigaltee mallatteessaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.