Fana: At a Speed of Life!

Waraanni Raashiyaa fi Yuukireen akka xumuramuuf tattaaffii Chaayinaan taasistu biyyoonni 26 deeggaran

Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)-Waraanni Raashiyaa fi Yuukireen akka xumuramuuf tattaaffii Chaayinaan taasistu deeggarsa biyyoota 26 argate.

Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yi akka ibsanitti, waraannii Raashiyaa fi Yuukireen furmaata siyaasaa akka argatuuf yaada Chaayinaa fi Biraaziliin dhiyaate biyyoonni lameen simataniiru.

Yaadicha ilaalchisuun waliigalaan biyyoonni 45 beekkamtii kennuu ibsuun, biyyoonni 26 ammoo guutummaatti yaadicha akka deeggaran mirkaneessuu himuu Sputnik gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.