Fana: At a Speed of Life!

Waraana garee shororkeessaa ABUT bane irree gamtoomeen qolachuun barbaachisaadha- Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoo

Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Waraana garee shororkeessaa ABUT birmadummaa biyyaarratti bane irree gamtoomeen qolachuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoon ibsan.

Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoon haala yeroo naannoofi biyyaalesaarratti hoggantoota olaanoo naannichaa waliin mari’ataniiru.

Mootummaan filannoo nageenyaaf sochii taasisus gareen shororkeessaa ABUT waraana filachuun biyya diiguuf marsaa 3ffaaf waraana banuu dubbataniiru.

Tokkummaa keessoo daran cimsuuniifi biyya baraaruuf gaheen hoggansaa olaanaa waan ta’eef xiyyeeffannoon itti laatamee hojjetamuu akka qabu yaadachiisuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.