Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin muuxxannoo waljijjiirraaa tajaajila Fayyaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Waltajjiin muuxxannoo waljijjiirraaa tajaajila Fayyaa biyyaalessaa Magaalaa Jiinkaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti ogeeyyii fi Hoggantoonni Ministeera Fayyaa, Biiroo Eeggamsa Fayyaa naannolee hundaa fi bulchiinsa magaalootaa keessatti walitti babba’an hirmaachaa jiru jedhame.
Tajaajila fayyaa ga’umsaa fi namuusa gaarii qabu laachuuf waltajjiin muuxxannoo waljijjiirraa kun shoora qabaachuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii naannoo Kibbaarraa argame ni muul’isa.
Muuxxannoo gaariin Hospitaala Waliigalaa Jiinkaatti argame Hospitaaloota biyyattii hunda keessatti babal’achuu akka qabu Daayreektarri Daayreektoreetii Qabeenya Humna Namaa Ministeera Fayyaa Federaalaa obbo Asaaggid Indaalaa ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.