Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii ummataa magaalota 20’tti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Guyyaa har’aa magaalotaa naannolee garaagaraa biyyattii 20tti waltajjiin marii ummataa gaggeeffamaa jira.
 
Waltajjichi mata duree “Obbolummaa sabdaneessummaa nageenya waaraa fi badhaadhina hunda galeessaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.
 
Marii ummataa kanarratti qondaaltonni olaanoo mootummaa federaalaa fi naannolee dhimmota garaagaraarratti hawaasa waliin marichaa jiraachuun ibsameera.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.